Tenderii Ijaarsaa (Construction) Akkamitti Guutama? | Dhiyeessi Teekinikaalaa fi Dhiyeessi Maallaqaa
Baga nagaan dhuftan! Vidiyoo kana keessatti Barnoota eGP Guutuu – Paakeejii Vidiyoo kan Ijaarsa (Construction) dorgomtoota dhiyeessitootaaf qophaa’e isiniif dhiyeessina.
Sirna Bittaa Mootummaa Elektirooniksii (eGP) Itoophiyaa irratti tenderii ijaarsaa akkamitti akka dorgoman, tarreeffama armaan gadii keessaa baratu:
? Kutaalee vidiyoo kanaa:
✅ Ijaarsa (Construction) – tenderii ijaarsaa eGP irratti akkamitti argachuu fi hubachuu
✅ Dhiyeessi Teekinikaalaa (Technical Offer) – akkamitti qopheessuu fi Submit gochuu
✅ Dhiyeessi Maallaqaa (Financial Offer) – gatii akkamitti guutuu fi Submit gochuu
Sign up or log in to purchase this video
An account is required to buy and keep track of your videos. It only takes a moment.
Sign Up Already have an account? Log In